Misoomaa Oromiyaa: Komishinii Karooraa, Haala Waliigalaa, Fi Biyya Oromo Walitti Bu'aa Haaraa

komishinii karooraa fi misoomaa oromiyaa n.w
1 / 49
Embed
Share

Discover the cultural richness and political landscape of Misoomaa in Oromiyaa through images showcasing the Komishinii Karooraa, Haala Waliigalaa, and more. Explore the heritage, governance, and societal aspects of the Oromo people in Ethiopia.

  • Oromiyaa
  • Misoomaa
  • Oromo Culture
  • Ethiopian Politics
  • Governance

Uploaded on | 7 Views


Download Presentation

Please find below an Image/Link to download the presentation.

The content on the website is provided AS IS for your information and personal use only. It may not be sold, licensed, or shared on other websites without obtaining consent from the author. If you encounter any issues during the download, it is possible that the publisher has removed the file from their server.

You are allowed to download the files provided on this website for personal or commercial use, subject to the condition that they are used lawfully. All files are the property of their respective owners.

The content on the website is provided AS IS for your information and personal use only. It may not be sold, licensed, or shared on other websites without obtaining consent from the author.

E N D

Presentation Transcript


  1. Komishinii Karooraa fi Misoomaa Oromiyaa Karoora Karoora fi fi Gabaasa Gabaasa Tiraansifoormeshinii Tiraansifoormeshinii Kenna Kenna Tajaajila Tajaajila

  2. Qabiyyee Haala Waliigalaa Waliigalaa Barbaachisummaa BarbaachisummaaKaroorichaa Galmoota GalmootaGurguddoo Kaayyoo Kaayyoo Sosochii Karoora arooraTiraansfoormeeshinii Tiraansfoormeeshinii Waggootan Darbanii Hojiiwwan Gurguddoo Bara 201 Gurguddoo Bara 2017tti Tooftaa TooftaaRaawwii SirnaHordoffiiKenna Tajaajilaa TajaajilaaDiriirsuu Sirnagaafatummaa gaafatummaadiriirsuu diriirsuuirratti hojjetamu 7ttiKaroorfaman Diriirsuu 1

  3. Haala Waliigalaa 1. Seensa Mootummaan fedhii lammiilee guutuuf misooma, nageenya, olaantummaa akkasumas tajaajila qaqabamaa, qulqulluu ta ee fi saffisa qabu kennuun mirkaneessuun uummati keessatti abbummaan akka guddina misooma hawaas dinagdee barbaadamu dhugoomsuutu irraa eegama. seeraa mirkaneessuu itti quufiinsa hojiiwwan hirmaatu lammilee misoomaa taasisuun 2

  4. Itti fufa--- Bu uuruma Misoomaa Oromiyaa bu uura raawwachiiftuu Lakk. 242/2014 akkasumas ga ee fi aangoo isaanii murteessuuf baheen kan hundeeffame yoo ta u hojiiwwan Komishinichaaf kennaman keessaa inni ijoon imaammataa fi tarsiimoo guddina misoomaa ariifataa fi ittifufiinsa qabu galmeesisuun fayyadamummaa mirkaneessuu danda u diriirsuu dha. kanaan, Komishiniin Karooraa qaamoolee Oromiyaa gurmeessuuf fi Labsii Naannoo deebiin Mootummaa MHN irra uummataa 3

  5. Itti fufa--- Aangoo fi gahee hojii kennameef kana irraa ka uun ergama, Mul ata, galmoota, kaayyoo, fi duudhaa ittiin hoogganamu baafachuun hojjechaa kan jiru yoo ta u tajaajila qulqulluu fi si ataata e ummataaf kennuun fedhii misoomaa fi jijjiirama barbaaddamu fiduuf hojjechaa jira. Haa ta u malee, xiinxala akka naannootti yeroo adda addaa gaggeeffameen tajaajilli mootummaa manneen hojii sadarkaa sadarkaan jiran keessatti kennamu simannaa irraa eegalee rakkooleen naamusaa bal an kan keessatti calaqqisu, bu aa bahii kan qabu, malaammaltummaa fi loogiiwwan adda addaa kan keessatti calaqqisu akka ta e xiinxala, hordoffii fi deeggarsa gaggeeffamaniin adda bahee jira. 4

  6. Itti fufa--- Kana irraa ka uun rakkoo kenniinsa tajaajila mootummaa keessatti gabaabaa, giddugaleessaa fi dheeraa keessatti furuun fayyadamummaa mirkaneessuuf karoorri mootummaa qophaa ebu uureffachuun akka Komishiinii Karooraa fi Misoomaa Oromiyaatti karoorri tiraansiformeeshiniikenna tajaajilaa kun qophaa ee jira. quunnaman yeroo ummataa tajaajila kenna 5

  7. 2. Barbaachisummaa Karoorichaa Akka naannoo keenyaatti adeemsa gurmaa insa, hojimaata, itti fayyadama humna namaa fi teeknoolojiin walqabatee rakkooleen akka jiran xiinxala yeroo adda addaatti gaggeeffameen adda bahanii jiru. Dhimmooti kun immoo rakkoo gama kenna tajaajila mootummatiin jiru hammeessaa jiru. Kanarraa ka uun, rakkoolee ijoo kenna tajaajila Koomishinii Karoora fi Misoomaa keessattii muudachaa jiru bu uuruma xiinxala akka naannootti adda baheen ariitiin hiikuun tajaajila si ataa,iftoomina,qaqqabamummaa fi gaafatamummaa qabu mirkaneessu kennuun akka danda amuuf karoora kenna tajaajilaa kana qopheessuun hojiitti hiikuun barbaachisaa ta ee argameera. Gama biraatiin, sirna hordoffii fi gamaaggamaa, to annaa fi deeggarsaa hojii irra oolchuun hojimaata badaa dhabamsiisuun fayyadamummaaa fi itti quufinsa lammiilee dabaluun imala badhaadhinaa mirkaneessuun misooma fi jijjirama hundagaleessa eegalamee jiru itti fufsiisuun barbaachisummaa karoorichaa daran olaanaaa taasisa. KIB hojii irra oolchuun 6

  8. 3. Galmoota Gurguddoo Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa akka Komishinii Karooraa fi Misoomaatti mul atan furuuf; Sadarkaa Komishiniitti itti quufiinsa kenna tajaajlaa bara 2016tti %68 irra jiru gara % 78tti ol guddisuuf; Karoora Imala Badhaadhinaa milkeessuun fayyadamummaa uummataa guddisuun badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuuf 7

  9. Itti fufa--- 4. Kaayyoo Rakkoolee, komii fi gaaffii Kenna tajaajila Komishiinii Karooraa fi Misoomaa keessatti mul atan adda baasuu fi hiikuudhaan fayyadamummaa uummataa mirkaneessuu. 4.1. Kaayyolee Gooree Karoora Haala qabatamaa Kenna Tajaajila Komishinichaa ibsu qoheessuuf; Rakkoolee Kenna Tajaajilaa karaa tarsiima aa fi sirnaawaa ta ee addaan baasuu fi hiikuuf; Dhimmamtootni hundi gahee isaanii akka bahan taasisuuf; Riifoormiiwwan tiraanisformeeshinii kenna tajaajilaa ariifachiisan hojiirra oolchuuf; Kenna tajaajila mootummaa Teknoolojiin deeggaruun ammayyeessuuf; Sirna gaafatamummaa mirkaneessuuf 8

  10. Itti fufa--- 5. Sosochii Karoora TiraansfoormeeshiniiWaggootan Darbanii Rakkoolee gurguddoo kenna tajaajilaa waliin walqabatan adda baasuun raawwatameera; Rakkoolee gurguddoo adda bahan irratti karoora kenna tajaajilaa qopheeffachuun jijjirama qabatamaa fiduuf yaaliin taasifamaa tureera; Rakkoo kenna tajaajilaan walqabatee jiru irratti hojjettoota komishinichaaf hubannoo uumuu taasifamee jira; 9

  11. Itti fufa--- Meeshaaleen bitaman qulqullina isaanii kan eeggatan akka ta uuf qaama dhimmi ilaallatu waliin mariin taasifamaa tureera; Ragaalee fi dokumantoota qaqabamaa /accessable/ taasisuuf weebsaayitii komishinichaa weyitawaa gochuun hojjetamee jira; Qulqullina ragaa eegsisuuf akka danda amuuf hojiin kuusaa ragaa/data base/ ammayyaa hundeessuu raawwatamaa tureera; Walgitiinsa bu uuraalee misoomaa eegsisuuf ragaa facaatii gandoota baadiyyaa fi magaalaa sassaabuun raawwatamaa tureera; komishinichaan qopha an fi faasilitiiwwanii 10

  12. 5.1. Buaalee Gurguddoo Eegaman Karoora haala qabatamaa komishinichaa agarsiisu qopheessuuf ka umsata uu; Karoorri tiraansformeeshinii kenna tajaajilaa miira eeggatummaa hiikuun raawwii fooyyesuuf gargaaree jira; Qulqullinni meeshaalee bitamanii fooya aa dhufeera; Dokumantootaa fi ragaalee weebsaayitii komishinichaa irratti gadi dhiisuun qaqabaamaa /accessable/ taasisuun danda ameera. Haa ta u malee weebsaayitii kana beeksisuun itti fayyadamtoota horachuun hojii garafuuladuraatti bal inaan hojjetamuu qabuudha; Hojiin kuusaa ragaa/data base/ ammayyaa hundeessuu sadarkaa %84.4 irra gahuu danda eera; Dokumantooti qopha an amma tokko fooyya aa dhufaniru 11

  13. 5.2. Qormaatilee Mudatan Nama hunda biratti karoora tiraansiformeeshinii kenna tajaajilaa bifa walfakkaatuun hubatamuu dhabuu fi harcaatiin uumamuu; Hojiin sassaabbii ragaalee facaatii meeshaalee teeknoolojii fayyadamuun waan gaggeeffamuuf meeshaalee kanatti fayyadamuu irratti hanqinni uumamuu; Hojiin kuusaa ragaa/data base/ hundeessuu gama data base developers tiin harkifannaa qabaachuun kan ka e akkaataa barbaadameen raawwachuu irratti qormaata ta uu; jiraachuu/dogoggrri 12

  14. 5.3. Qormaatilee Kanneen Hiikuuf Tarkaanfilee Fudhataman Yeroo adda addaatti gaggeessuun rakkinicha furuuf yaaliin taasifamaa tureera. Qaamolee adda addaa waliin marii taasisuun qormatilee mudatan furaa deemuuf yaalamera; Sassaabbii raagaalee telegiraamiin hordoofuun yeroo yerootti duubi-deebii kennuun akka sirratu taasifamaa tureera. Koree hundeessuun hojichi koree fi ogeessota olaanoo Yuniversitii Adaamaatiin taasisuun qormaata mudate hiikuuf yaaliin taasifameera. sagantaa Hubannoo uumuu akka hordofamu 13

  15. 5.4.Rakkoolee Gurguddoo Adda Bahan Komishiiniin Karooraa fi Misoomaa hojiirra oolmaa imaammataa fi tarsiimoowwan misoomaa, akkasumas ijaarsa sirna dimokiraasii fi bulchiinsa gaarii horodoffuun fayyadamummaan hawaasa keenyaa gama hundaan akka mirkanaa u taasisuuf KIB qopheessuun hojii irra akka oolu taasisaa akka jiru ni beekama. Haaluma kanaan, hojii irraa oolmaa KIB mirkaneessuun badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuu keessatti dhimmoonni gurguddoon rakkoo kenna tajaajila keenyaa ta an gama itti quufinsa maamilaa (customer satisfaction), Sirna diriirsuu/system (structure), Tarsiimoo (strategy), dhiyeessii/supply/, Mul ata waloo qabaachuu fi aadaa gareen hojjachuu (shared vision and team spirit) fi Haala Hooggansaa (Leadership Style) fi Paabilik Sarvaantii akka komishinichaatti sakatta uun akka armaan gadiitti adda baasuuf yaalamee jira. estabilishement), Caaseffamaa 14

  16. 5.4.1.Rakkoolee Keessoo Sadarkaa Komishiniitti itti quufiinsa kenna tajaajlaa hanga xumura bara 2016tti %68 irra jiraachuun isaa; Guyyaa abbaa dhimmaa (Wixata,Robii fi Jimaata) hojiirra oolchuun hanqina kan qabu ta uu; Siviil sarvantii biratti miirri tajaajiltummaa, naamusini, kutannoon, kaka uumsi fi si oominni karaa wal fakkaatuun jiraachuu irratti hanqinni jiraachuun itti quufiinsaa fi amantaa ummanni Mootummaa irratti qabu dabaluu irratti dhiibbaa fiduu; Kallattii agarsiiftuun mana hojii jiraachuu dhabuu; Weebsaayitii wayite effame maamiloonni akka itti fayydamaniif hojii beeksisuu gaggeessuun laafaa ta uu fi maamiltoonni tokko tokko dokumantotaa fi ragaa argachuuf qaamaan gara Komishinichaa dhufuun kan jiru ta uu; 15

  17. Itti fufa--- Tajaajila Komishiinichaa Dijitaalessuun tajaajilamaan sirna Odeefannoo gahaa haala itti argatu diriirsuun tajaajila quubsaa kennuu dhabuu; Sirna bulchiinsa ragaa /data administration system / ammayyaa fi qaqqabamaa ta e diriirsuun yeroo fudhachuu; Hordoffii fi gamaaggamaa, akkasumas deeggarsa irraa baratamuu danda u gaggeessun manneen hojii naannoo fi caaseffama sadarkaa Godinaa/Magaalaa haala foyya iinsa argame agarsiisuun jijjiiramaa fi milkaayina itti aanuuf karaa qopheessuu danda uun sirni duub-deebii kennuu laafaa ta uu; Sirna madaallii raawwii hojii fi badhaasaa hojii irra oolchuun hojjettoota mootummaa adda duree (talented) ta an horachuun laafaa ta uu; Caasaan sadarkaa waajjira Karooraa fi Misoomaa godinaa fi bulchiinsa magaalaa akkaataa caaseffama komishiiniin qopha eenmirkanaa ee gadi bu uu dhabuu; 16

  18. Itti fufa--- Caasefamni komishinii keenyaa sadarkaa aanaatti jiraachu dhabuun kan ka e karooora hirmaachisaa qopheessuu akkasumas ragaa wayitawaa argachuu irratti dhiibbaa fiduu; Qindoominni hojii dameewwan, darektoreetii fi manneen hojii naannichaa fi caasaa sadrkaa sadarkaan jiru waliin jiru laafaa ta uu. Istaandardii hojii qopheeffachuu dhabuu; Loojistiikiin jiru keessaa iyyuu konkolaattonni jiran muraasa ta uu Gaggeessummaa waliin walqabatee haala beekuun qooda fudhattoota hirmaachisuun karoorsuu, deeggaruu, bobbaasuu, hordofuu, bu aa madaaluu/safaranii walharkaa fuudhuu fi muxxannoowwan qindeessuu irratti laafinni kan mul atuta uu; 17

  19. Itti fufa--- Hojjataa hojii qabatamaa itti kennuun hordofuu fi madaaluun akkasumas rakkoolee dandeettii fi dhiyeessii isaa guutaa deemuun gahee isa ijoo ta ee osoo jiruu hojjataan rakkoo qaba,hojii keessa hin jiru, hin karoorsu, hin raawwatuu fi rakkoo naamusaa qaba jechuun alaalatti ofi irraa dhiibuun kan jiruu fi iddoo rakkoon jiruttis seera eegee tarkaanffii sirreeffamaa fudhachuun laafaa ta uu; Dandeettii, beekumsaa fi muuxxannoo hojii hunda duguuguun tajaajila ummataatiif oolchuu irratti haala wal fakkaatuun hojjachuun laafaa ta uu; Tarreeffamni gahee hojii (job description) hojjetaa adda bahee kennamuu dhabuu; Naamusa iddoo hojii fi ogummaa ilaalchisee itti fayyadama yeroo hojii mootummaa irratti sa aatii hojii mootummaatti qaamaan, miiraa fi sammuun qophii ta ee iddoo hojiitti argamuun laafaa ta uu. Marii kenna tajaajilaa torban torbaniin idileessuu dadhabuu. 18

  20. 5.4.2.Rakkoolee Alaa Fedhiin bittaa Komishinichaan dhiyaatu karaa ejensii bittaatiin yeroon raawwatamuu dhabuu fi harkifannaan jirachuu Qulqullinni meeshaalee bitamanii darbee darbee hanqina kan qabu ta uu; Qaamoleen alaa/manneen hojii sadarkaa sadarkaan jiran ragaa fi gabaasa qulqulluu qopheessuun dhiyeessuu irratti hanqinni jiraachuu fi ragaa qulqulluu ta e dhiyeessuun hanqina qabaachuu Hordoffii fi gamaaggamin gaggeefamu sammuda muraasa fudhachuun kan gaggeeffamu ta uu Hordoffii fi gamaaggamin gaggeeffamu gafatamummaa qaqabsiisuu dadhabuu; Qorannoo Karoora iddoorratti xiyyeeffatee/Spatial hanqina qabaachuu Karoorri tarsima aaqophaa u sadarkaa hundatti hawaasa hirmaachisuu irratti hanqina qabaachuu planning/gaggeessuun 19

  21. 5.5.Furmaata Rakkoolee Akka KKMOtti rakkoolee kenniinsa tajaajilaa irratti marii gadi- fageenyaan gaggeessun rakkoo amma jiru irratti waligaltee irra gahuu (Consesus); Sakatta iinsa itti quufiinsa maammilaa gaggeessuun tajaajila fooyyessaa deemuu; Daayireektoreetonni rakkoolee akka mana hojiitti adda bahan irratti akka karoorfatan, raawwii fi bu aa isaa qabatamaan madaaluun yeroo yeroon gabaasa akka dhiyeessan gochuu, Rakkoolee adda bahan caasaa sadarkaa sadarkaan jiran yoom maal akka sirreessan karaa tarsiimawaa ta een sagantaa raawwii baasuun hiikaa deemuu; 20

  22. Itti fufa--- Bu aawwan raawwii karooraa akkaataa agarsiiftuu taa een madaaluu fi tarkaanfii sirreeffamaa fudhachaa mirkaneessuu/; Rakkoolee hojimaata irraa maddan qorannoo fi xiinxala saayinsaawaa ta een adda baasuun hojimaata haaraan bakka buusaa deemuu; Qaqqabummaa fi si aayina kenniinsa murtii hooggansaa dabaluuf hooggansi guyyaa abbaa dhimmaa itti keessummeessu kallattii mootummaan kenneen hojitti hiikuufii guyyaa hojii dirree bahu ammoo bakka bu iinsa kennuun deddeebbii malee maammiloota tajaajiluu Miira tajaajiltummaa pabliik sarvaantii fooyyessuuf rakkoolee diinagdee (Qaala iinsa jireenyaa) hiikuuf dhiyeessiwwan bu uuraa dhiyeessuu irratti deeggarsa komishiinii irraa eegamu itti fufiinsaan kennuu. deemuu /Gaafatamummaa 21

  23. 6.Hojiiwwan Gurguddoo Bara 2017tti Karoorfaman Sadrkaa hundatti raawwii itti quufinsa maamilaa fooyyessuun kenna tajaailaa KKMO irraa eegamu galamaan gahuuf ni hojjatama.Misooma dinagdee fi hawaasummaa karoorfame milkeessuun karoora Imala badhaadhinaa galmaan gahuun fayyadanummaa uummataa mirkaneessuuf tajaajila si oomina qabuu fi teekinoolijiin deggerame diriirsuufis ni hojjatama. Haaluma kanaan: Sadarkaa Komishiniitti itti quufiinsa kenna tajaajlaa hanga xumuraa bara 2016tti %68 irra ture %78 irraan gahuu. 22

  24. Itti fufa--- Kallattii agarsiiftuu mana komishinichaa qopheessuu Hoggantooti sadarkaa naannoo 7, Godinaa 21 fi Bulchiinsa magaalotaa 23 guyyaa abbaa dhimmaa hojiirra akka oolchan gochuun kenna tajaajila fooyyeessuu Hojjettoota mana hojichaa sadarkaa Naannoo 120 biratti hubannoo uumuun kutannoo fi kaka umsa wal fakkaatuu uumuun itti quufiinsa fi amantaa ummanni Mootummaa irratti qabu dabaluuf hubannoo uumuu. Yaada saanduqa yaadaatiin kennamu kurmaana kurmaanaan xiinxaluun sirreeffama barbaachisu taasisuu, Weebsaayitii wayita etti maamiltoonni akka itti fayydamaniif waggaatti yeroo lama sagantaa beeksisuu gaggeessuu. 23

  25. Itti fufa--- Tajaajila komishinichaa dijitaalessuun haala tajaajilamaan sirna odeeffannoo gahaa itti argatu diriirsuun tajaajila quubsaa kennuu. Sirna bulchiinsa ragaa /data administration system / ammayyaa fi qaqabamaa ta e diriirsuuf kuusaa ragaa naannoo hundeessuu xumuruu; Sirni gabaasa fi duubdeebii cimaa ta e sadarkaa sadarkaadhaan hojiirra oolchuu, Sirna madaallii raawwii fi badhaasaa waggaatti yeroo tokko hojiiirra oolchuun hojjettoota mootummaa adda duree (talented) ta an horachuu. Caaseffamini Komishiinii Karooraa fi Misoomaa sadarkaa naannootti bara 2014 hojjatamee ture dameewwan tokko tokko irratti hawwataa waan hin taaneef irra deebi amee akka qoratamu gochuu. 24

  26. Itti fufa--- Caasaan sadarkaa waajjira Karooraa fi Misoomaa godinaa fi bulchiinsa magaalaa akkaataa caaseffama komishiitiin qophaa eemirkanaa ee akka gadi bu uuf qaama dhimmi ilaallatu waliin hojjechuu; Qindoominni hojii dameewwan,dariktooreetii fi manneen hojii naannichaa fi caasaa sadrkaa sadarkaan jiru waliin akkaataa karoora naannoo hojii irra oolchuu danda uun cimee akka deemuuf karoora qindoomina qopheeffachuun hojitti hiikuu Istaandardii hojiiwwan qopheeffachuun ittin hojjachuu; Dhiyeessiin adda addaa hojiif barbaadamu yeroon akka dhiyaatuuf yaalii gochuu Rakkoo kenna tajaajilaa komii uummataa ta an fi kanneen sirnawwa ta an hanga caasaa gaditti jiran sirriitti adda baasuun karoorsuu 25

  27. Itti fufa--- Raawwi karoora kenna tajaajiilaa mana hojii kurmaana kurmaanaan hordoofu, madaalu, gamaggamuu fi qaama ilaaluuf gabaasuu Tarreefamin gahee hojii (job description) hojjetaa S/Naannoo Godinaalee fi B/Magaalota adda bahee akka kennamu gochuu Raawwi hojii hojjetaa s/Naannoo,Godinaalee fi B/Magaalota ragaa itti fufiinsaan qabamaa tureen madaaluu Hojjettooti naamusa ogummaa iddoon hojii gaafatu kabajuun tajaajilli akka kennamuuf hordoffii taasisuu, tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu Sakatta insa itti quufinsa tajaajilamtootaa ragaa guutuu fi haqa-qabeessa ta een gaggeessuun qopheessuu. dokumantii tokko 26

  28. Itti fufa--- Qabiinsa ragaa hojjettoota ammayeessuu Hojjetaan sa aatii hojii mootummaa kabajuun tajaajila kenna jiraachuu hordoffuu fi bakka rakkoon jirutti tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu. Hojjettooti komishinichaa karoora torbanii, Ji aa kurmaanaa fi waggaa akka qopheeffatan hordofuu. Marii kenna tajaajilaa torban torbaniin idileessuu. 27

  29. 7.Tooftaa Raawwii Karoora tiraanisformeeshinii kenna tajaajilaa qophaa e kana hoggansa fi caasaa sadarkaan raawwatootaaf dhiyessuun irratti walii galuun hunduu akka miira tokkoon hojii irra oolchu taasisuu; Karoora qophaaye taaksifoorsii naannoof dhiyeessuun hojii irra oolchuu; Koree Hordoffii Raawwii Tajaajilaa Hundeessuu; Cheekliistii taa e irratti hundaa uun gamaaggama sadarkaa hundatti gaggeesuu; Deeggarsaa fi hordoffii tasaa, kallattii fi alkallattii itti fufiinsa qabu kurmaana kurmaanaan taasisuu; jiru, manajimantii fi 28

  30. Itti fufa--- Gabaasa raawwii kenna tajaajilaa kurmaana kurmaanaan hoogganaa mana hojiif, Kilaasteraafii BPSMQNtiif dhiyeessuu Istaandardii Tajaajila Xiqqaa (Minimum Service Standard) qopheessuun hojiirra oolchuu; Baasii xiqqeessuun baajatni hojiif ramadame sagantaa fi hojiiwwan barbaadamaniif qofa hojiirra ooluu isaa mirkaneeffachaa deemuun raawwii jiru madaalaa deemuu. Raawwii gaarii jajjabeessaa deemuun adeemsa fooyya iinsa kenniinsa tajaajilaa keessatti argaman ilaalchsisee muuxannoowwan gaarii qindeessuu. Gaafatamummaa mirkaneessuuf aangoo fi gahee hojii irratti hundaa uun hanqinoota raawwii keessatti mul atanbu uureffachuun qaamolee adeemsa tajaajila kennuu keessatti gaafatamummaa ogummaa, bulchiinsaa fi seeraa mirkaneessaa deemuu. hirmaatan hunda biratti 29

  31. 8.Simannaa fi Qabiinsa Tajaajilamaa TL Caasaa Bulchiinsaa Baay ina tajaajilamaa simachuuf karoorfame Guyyaa Ji aa Kurmaana Waggaa 1. Naannoo 2 34 102 408 1. Godina 22 485 1454 5817 1. Magaalaa 6 121 362 1447 Ida ama 30 640 1918 7,528 31

  32. 9. Tajaajiloota Mootummaa adda baasuu fi Istaandaardii qopheessuu Tl Iddoo tajaajilli itti kennamu Tarreefama tajaajiloota foddaa duraa Nan God Mag Aanaa Ganda . 1. Ragaalee faasilitiiwwan adda addaa,kaartolee fi kkf kennuu hawaas-dinagdee, Ragaa facaatii X X X - - 1. Dokumantoota /qajeelfamoota adda addaa kennuu X X X - - 32

  33. 10.Istaandaardii Kenna Tajaajilaa Qopheessuu fi Fooyyessuu TL Istaandardii kenna tajaajilaa adda baasuu Gosa tajaajilaa Baay ina tajaajilootaa Yeroo Raawwii fi Qaama Raawwatu Nan God Mag Aanaa Gaba GG Dhe Qaama Raawwatu Ganda 1. Tajaajiloota istaandardiin haaraan qophaa uufii qabu Foddaa Boodaa 46 36 36 - - 46 - - Daarikerootaa fi Rifoormii Foddaa Duraa 15 15 15 - - 15 - - Daarikerootaa fi Rifoormii 2. Tajaajiloota istaandardiin foyyaa uufi qabu Foddaa Boodaa 0 - - - - - - - - Foddaa Duraa 0 - - - - - - - - 33

  34. 11.Rakkoolee Adda Bahan TL Gosa Rakkoolee Adda Baay ina Rakkoolee adda Bahanii bahanii 1 Rakkolee Keessaa 24 2 Rakkoolee Alaa 7 Ida ama 31 34

  35. 12.Karoora Tajaajiloota Teekinloojiin Deggeramanii Yeroo itti raawwatamu Mala tajaajilli ittiin kennamu TL Gosa Tajaajilaa Qaama Raawwatu K1 K2 K3 K4 1 Tajaajila Ragaalee hawaas- dinagdee dhiyeessuu Tajaajila Dokumantoota pirofaayilii hawaas-dinagdee kennuu Tajaajila Dokumantoota fi Qajeelfamoota Karooraa kennuu Tajaajila Dokumantoota fi qajeelfama Hordoffii fi Gamaaggamaa kennuu Tajaajila Ragaa GDP naannoo kennuu Daarektoreetii Xiillannoo Daarektoreetii Qo annoo Pirofaayilii hawaas- dinagdee Daarektoreetii Karoora Misoomaa Yeroo hundaa weebsaayitii irratti gadi dhiisuun weebsaayitii irratti gadi dhiisuun 2 Yeroo hundaa 3 Yeroo hundaa weebsaayitii irratti gadi dhiisuun 4 Daarektoreetotii Hordoffii fi Gamaaggamaa Daarektoreetii Akkaawuntii Galii Naannoo Komunikeeshinii Yeroo hundaa weebsaayitii irratti gadi dhiisuun 5 Yeroo hundaa weebsaayitii irratti gadi dhiisuun 6 Beeksisa adda addaa maxxansuu Yeroo barbaachisutti Facebook Telegiraamii Weebsaayitii 35

  36. 13.Karoora Guyyaa Abbaa Dhimmaa Hojiirra oolchuu TL Sadarkaa Baay ina Karoora Karoora Karoora Bulchiinsaa hoogansaa Torbanii Ji aa waggaa 1 Naannoo 4 3*4=12 12*4=48 576 2 Godina 21 3 *21=63 63*4= 252 3024 3 Magaalaa 23 3*23=69 69*4=276 3312 36

  37. 14. Naamusa Iddoo Hojiii Mirkaneessuu TL Gosa Naamusa hordofamuu Sadarkaa Bulchiinsaa Manii Guyyaa Gosa tarkanfii 1 Itti fayyadama Naannoo Yeroo 2 mallateesisuu Salphaadhaa-Cimaatti sa atii hojii Yeroo 2 mallateesisuu Salphaadhaa-Cimaatti Godina mootummaa Yeroo 2 mallateesisuu Salphaadhaa-Cimaatti Magaalaa Salphaadhaa-Cimaatti 2 To annoo fi Naannoo Hojjetaan sa a 8 hojjechuu hordofuu Hordoffii hojjetaa Salphaadhaa-Cimaatti Godina Hojjetaan sa a 8 hojjechuu hordofuu gaggeessuu Salphaadhaa-Cimaatti Magaalaa Hojjetaan sa a 8 hojjechuu hordofuu 37

  38. 15.Iddoo Hojii Mijataa Taasisuu Teeknoolojii- Sadarkaa naannootti amma tokko Guutuudha. Haa ta malee, kan Godinaalee fi Bulchiinsa magaalotaa haala walfakkaatuun fooyyeessuuf yaaliin kan taasifamu ta . Magarisummaa sadarkaa naannootti kutaa hojii keessatti hojiin magarisummaa eegalamee kan jiru yoo ta lee guutuu miti. Kanaafuu, hojicha cimsuuf ni hojjetama. Qulqullina- Sadarkaa naannootti Gaariidha. Sadarkaa Godinaa fi magaalaatti haala jiru fooyyessuuf hordoffiin kan taasifamu t h . Waajjira sirreessuu- Haala amma jiruun sadarkaa naannootti gaariidha. Kan Godinaalee fi magaalotaa fooyyessuuf hordoffiin ni taasifama. Iddoon abba dhimmaa sadarkaa naannootti Qophaa eera. Godinaa fi magaalaattis haaluma walfakkaatuun fooyyeessuuf yaaliin ni taasifama. 38

  39. Akka KKMOtti hojiiwwan istaandaardiin qophaauufii qabu sadarkaa Naannooti 61 sadarkaa Godinaalee fi magaalotatti 51 adda bahanii kan jiran yoo ta u kanneen keessaa sadarkaa naannooti 46 kan foddaa booda kan hafan 15 immoo kan foddaa duraa akkasumaas sadarkaa Godinaalee fi Magaalotatti 36 foddaa booda fi 15 immoo foddaa duraadha. 17. Qophii fi hojiirra Oolmaa Raawwwii Istaandaardii Fooyyessuu TL Istaandardii Kenna Tajaajilaa Adda Bahe Gosa tajaajilaa Yeroo itti Raawwatamu fi Qaama Raawwatu Baay ina tajaajilootaa Sadarkaa Tajaajilli Itti Kennamu Nan God Mag . Aanaa Ganda Gab GG Dhe Qaama raawwatu Daarikterotaa fi Rifoormii 1. Tajaajiloota istaandardiin haaraan qophaa uufii qabu Foddaa Boodaa 46 36 36 - - 46 - - Foddaa Duraa Foddaa Boodaa Foddaa Duraa 15 15 15 - - 15 - - Daarikterotaa fi Rifoormii - 2. Tajaajiloota istaandardiin foyyaa uufi qabu 0 - - - - - - - 0 - - - - - - - - 39

  40. 18.Qabiinsa fi Simannaa Abbaa Dhimmaa Fooyyeessuu (Abbootii dhimmaa dhuunfaadhaaf tajaajila argachuuf dhufan) Baay ina tajaajilamaaSadarkaa Tajaajilli itti kennamu Naannoo Godina Magaalaa Aanaa Gand Haali Barbaachisu Duree Baay ina tajaajilamaa akkaataa istaandaardii taa een keesuma anii a Xalayaa seera qabeessa qabatanii dhufuu. Ragaa barbaachisu qabatee argamuu. 1029 264 420 345 - - 40

  41. 19.Rifoormii diriirsuun tajaajila mootummaa si ataa fi qulquull taasisuun Caaseffamini Komishiinii sadarkaa naannootti bara dameewwan tokko tokko irratti hawwataa waan hin taaneef kan daarektoreetii Imaammata Misoomaa fi Qo annoo Pirpfaayilii Hawaas- Dinagdee irra deebi amee akka qoratamu gochuun kan raawwatamu yoo ta u kanaanis tajaajila mootummaa si ataa fi qulqulluu taasisuuf ni hojjetama. Gurmaa insafi hojimaata haaraa Karooraa 2014 fi Misoomaa hojjatamee ture Xiillannoo, Qorannoo 41

  42. 20.Karooraa fi Gabaasa Hojjetaa T.L. Sadarkaa Bulchiins aa Baay ina hojjetaa Mariiwwan torbanii, gabaasaa fi duubi deebii Baay ina hojjetaa karoora torbanii qaban Kan torbanii Ji a Kurm aana Waggaa Kan Ji a Kurma ana Wagga a torbanii 1 Naannoo 120 120 120*4=480 1440 5760 1 4 12 144 2 Godina 314 314 314*4=1256 3768 15072 1 4 12 144 3 Magaalaa 227 227 227*4=908 2,724 5,448 1 4 12 144 Waliigala 661 661 2,644 7,932 26,280 1 4 12 144 42

  43. 21.Sirna Hordoffii Kenna Tajaajilaa Diriirsuu Karoora tiraanisformeeshinii kenna tajaajilaa qophaa e kana hoggansa fi caasaa sadarkaan raawwatootaaf dhiyessuun hunduu akka miira tokkoon hojii irra oolchu taasisuu; Koree Hordoffii Raawwii Tajaajilaa namoota 5 ofi keessaa qabu Hundeessuu; Cheekliistii taa e irratti hundaa uun gamaaggama sadarkaa hundatti gaggeesuu; Deeggarsaa fi hordoffii kallattii fi alkallattii itti fufiinsa qabu kurmaana kurmaanaan taasisuu; jiru, manajimantii fi 30

  44. 22.Sirna gaafatummaa diriirsuun irratti hojii hojjetamu Gaafatamummaa mirkaneessuuf aangoo fi gahee hojii irratti hundaa uun hanqinoota raawwii keessatti mul atan bu uureffachuun qaamolee adeemsa tajaajila kennuu keessatti hirmaatan hunda biratti gaafatamummaa ogummaa, bulchiinsaa fi seeraa mirkaneessaa deemuu. Raawwii gaarii jajjabeessaa fooyya iinsa kenniinsa tajaajilaa ilaalchsisee muuxannoowwan gaarii qindeessuu deemuun keessatti adeemsa argaman 31

  45. 23.Raawwii Hojii Kur.1ffaa Bara 2017 T/L Rakkoolee adda bahan turan Hojiiwwan kur. 1ffaa kana keessatti Raawwatame 1 Sadarkaa Komishiniitti itti quufiinsi kenna tajaajlaa hanga xumura bara 2016tti %68 irra ture foyyeessuuf Kallattii agarsiiftuun mana hojii qophaa ee maxxanfamuu dhabuu Koree dhimma kana hojjechuu danda an haala qajeelfaman hundeessuun hojii keessa akka galan ta eera 2 Barreeffamni kallaatti agarsiiftuu mana hojichaa qophaa anii akka maxxanfamuuf gara faayinaansi komishinii keenyaatti darbee jira. 3 Hoggantoonni sadarkaa naannoo, Godinaalee fi Bulchiinsa magaalotaa guyyaa abbaa dhimmaa hojiirra oolchuu irratti hanqinni jiraachuu Yeroo waltajjii fi leenjiin garaa garaa jirutti sirna bakka wal bu iinsaa fayyadamuun hojiin akka hin gufanneef caasaa keenyaa gara gadiif kallaatti darbee hordofama jira. 4 Hojjettoota mana hojichaatiif hubannoo kennuu irratti laafaa ta uu Rakkoo kana hiikuuf manajimeentiin fi Hojjetota KKMO irratti mari atee caaasa sadarkaa gadiittiif gadi buu eera. 32

  46. Itti fufa T/L Rakkoolee addaan bahan turan Hojiiwwan kur. 1ffaa kana keessatti Raawwatame 5 Yaada kurmaana kurmaanaan xiinxaluun sirreeffama barbaachisu taasisuun hanqinni jiraachuu. Marsariitii (website) maamloonni akka itti fayyadamaniif hojii dhaadhessuun gahaan hojjetamuu dhabuu saanduqa yaadaatiin kennamu Kurmaana kana keessatti saanduqni yaadaa koreedhaan sakatta ameen komii fi sirreeffamni yaada barreeffame kan keessa hin jirre ta uumirkanaa ee jira. Marsariitii komishinii keenyaa irratti daarekteroonni hundi hojii hojjetan hunda akka maxxansanii fi olka aan (upload) akka taasisaa deeman taasifamaa jira. 6 wayteeffame irratti 7 Sirna bulchiinsa ragaa /data administration system/ ammayyaa fi qaqqabamaa ta e diriirsuun yeroo fudhachuu. Rakkoo gama Sirna bulchiinsa ragaa amaayyaatiin jiru ogeessa waliin adda baasuun fuulduratti akka sirratuuf qophiin haalduree taasifamee jira. 8 Sirna Hordoffii, gabaasaa fi duub-deebii kennuu laafaa ta uu Qaawwaa gama Sirna Hordoffii, gabaasaa fi duub-deebiin jiru furuuf ogeessonni humna namaa hordoffii taasisuun duubdeebiin qophaa ee barreeffamaan hojjetaa hunda biraan ga uuf hojii keessa galamee/seenamee jira. 33

  47. Itti fufa T/L Rakkoolee addaan bahan turan Hojiiwwan kur. 1ffaa kana keessatti Raawwatame 9 Qindoominni hojii dameewwan, darektoreetii fi manneen hojii naannichaa fi caasaa sadarkaa sadarkaan jiru waliin jiru laafaa ta uu. Rakkoo Qindoomina hojii gama keessaa fi alaan jiru (caasaa mana hojii keenyaa fi manneen hojii naannoo) gidduu jiruu furuuf manneen hojiin naannoo waliin maree waliinii fi leenjii waliinii qopheessuun akka waliin hirmaatan taasifamaa jirachuu. Istaandaardii hojii daarekteroonni hundi akka qopheeffatan taasisuuf orrenteeshiniin kennameen akka hojiitti galan taasifameera. Rakkoolee kenna tajaajila komii uummataa mana hojii fi caasaa sadarkaan jiruu keessa jiruu adda ba ee jira. 10 Istaandardii qopheeffachuu dhabuu hojii sadarkaa hundaatti 11 Raakkoo kenna tajaajila komii uummataa ta aniif kanneen sirnaawaa ta an hanga caasaa gadiitti jiran adda baasuun irratti karoorsuu dhabuu. Dhiyeessii adda addaa hojiif barbaadamu yeroon dhiyeessuu dhabuu 12 Dhimmoota gama dhiyeessiitiin jiran adeemsa kallattii hojiin kun ilaallatu waliin mari achuun rakkoon dhiyeessii akka furamuuf hojjetama jira. 13 Tarreefamin hojii/job description/hojjetaa adda bahee kennamuu. Tarreeffamni hojii gita gitaan adda ba ee daayreekteroonni tokko tokko hojjetaaf kennuu kan jalqaban ta uu. 34

  48. Itti fufa--- T/L Rakkoolee addaan bahan turan Hojiiwwan kur. 1ffaa kana keessatti Raawwatame 14 Ogummaa iddoon hojii gaafatu kabajuun tajaajilli akka kennamuuf hordoffii taasisuun laafaa ta uu. Qabiinsa ragaa ammayeessuun karaa guutuu ta een hojjechuu irratti hanqina qabaachuu Hojjetaan sa aatii hojii mootummaa kabajuun tajaajila kennaa jiraachuu hordofuu fi bakka rakkoon jirutti tarkaanfii fudhachaa deemuu irratti hanqinni jiraachuu Hojjettoonni karoora torbanii, Ji aa kurmaanaa fi waggaa haala walfakkaatuun qopheeffachuu akka qaban hubannaa uumuu fi hordoffii taasisuu. Hojjettootaaf hubannoo kennuudhaan bakka hanqinni mul atetti sirreeffama akka kennamu ta aa jira. 14 qabeenyaa namaa Ogeessota qabiinsa ragaa ammayyeessuu irra hojjetaniif leejiin akka kennamu taasisuuf sagantaan qabamee kan jira. 15 Hojjettootaaf hubannoo kennuudhaan tooratti deebi aa akka deeman taasiisuu fi kanneen rakkoo qaban irratti immoo maqaan adda baafamanii seeratti namoota 2 akka dhiyaatan ta ee jira. Hojjetootni karooraa torbanii , kan ji aa fi kan waggaa akka baafatan taasifameen yeroo ammaa kana ittiinis hojjetamaa jira. sirreeffamaa 16 35

More Related Content